Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh

10.0 14

v16.03 di sammubani

download Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh APK download Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh APK
Scarica tramite l'APP APKFab
Installazione veloce e sicura • Senza Regione

Su Ibsaa Jireenyaa

Maqaan duraa Aplikeeshini kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama'uu fi raata'uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta'a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo "Salva" tuquun boodarra "Barruu olkaa'ame" keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa "Cerca" keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (condividi gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Aggiornamento Ibsaa Jireenyaa 16.03

Converting sammubani.com to app
Leggi di Più
Caratteristiche Ibsaa Jireenyaa
Versioni Precedenti Altro
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh 16.03 APK
December 14, 2018 5.73 MB

Requires Android: Android 4.0.3+

Screen DPI: 160-640dpi

SHA1: cf9a07d3a6b94b3d4f36fdfa9b1876e77ffb8539

Size: 5.73 MB

What's New:

Converting sammubani.com to app
Maggiori Informazioni

Data Aggiornamento:

Ultima Versione:

16.03

Aggiornamento Necessario:

Invia l'ultima versione

Disponibile su:

Google Play

Requisiti:

Android 4.0.3+