Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh

10.0 14

v16.03 by sammubani

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh APK 下載 Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh APK 下載
通過APKFab客戶端下載
安全快速安裝 - 無區域限制

關於 Ibsaa Jireenyaa

Ibsaa Jireenyaa(包名:mobi.androapp.sammubani.c6937)開發者是sammubani,Ibsaa Jireenyaa的最新版本16.03更新時間為2018年12月09日。Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh的分類是教育。您可以查看Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh的開發者下的所有應用並找到Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh在安卓上的59個相似應用。目前這個應用免費。該應用可以從APKFab或Google Play下載到Android 4.0.3+。APKFab.com的所有APK/XAPK文檔都是原始文檔並且100%安全下載的資源。
Maqaan duraa Aplikeeshinii假名“Jireenya Badhaatu”dha。 Ergasii gara“Ibsaa Jireenyaa”jijjirame。 Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha。 Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti,dhama'uu fi raata'uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade,afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha。 Websaayitiin sammubani.com假名kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira。 Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban,kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka。 “Sammubani.com”jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi。 Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin,wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha,haqa akka hin argine nama taasisa。 Kanaafu,haqa arguuf sammuu fi ija bani,nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati。
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta'a。 Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo'保存'tuquun boodarra“Barruu olkaa'ame”keessaa離線dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa“Search”keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu(分享gochuu)fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha。 Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha。
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf:https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa。

Ibsaa Jireenyaa 16.03 更新

Converting sammubani.com to app
查看更多
Ibsaa Jireenyaa 資訊
歷史版本 更多
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh 16.03 APK
2018年12月14日 5.73 MB

Requires Android: Android 4.0.3+

Screen DPI: 160-640dpi

SHA1: cf9a07d3a6b94b3d4f36fdfa9b1876e77ffb8539

Size: 5.73 MB

What's New:

Converting sammubani.com to app
更多資訊

更新日期:

最新版本:

16.03

請求更新:

提交最新版本

Available on:

Google Play

系統要求:

Android 4.0.3+